Waltajjiin marii uummataa marsaa 2ffaan Wixinee labsii hundeeffama komishinii marii biyyaalessaa irratti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Waltajjiin marii uummataa marsaa 2ffaan Wixinee labsii hundeeffama komishinii marii biyyaalessaa irratti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.

Galteewwan marichaan argaman akka barbaachisummaa isaaniitti labsicha keessatti kan haammataman ta’uu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa argame ni muul’isa.

Waltajjiin marii uummataa marsaa 1ffaan Muddee 2014 gaggeeffamuun isaa ni yaadatama.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment