Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Waltajjiin marii qorannoo tarsiimoo ga’umsa daa’imummaan duraa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa, Kantiibaa Bulchiinsa Magalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, Ministiroonni, itti gaafatamtoota dhaabbilee idil addunyaa dabaltee qondaaltonni mootummaa fi keessummoonni biroon argamuu ragaan waajjira kantiibaa magaalattiirraa argame mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.