Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee gaggeeffame

Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee gaggeeffamuu ibsameera.
Maricharratti itti aantuu Kaantibaa Magaalaa Finfinnnee aadde Adaanach Abeebee fi itti gaafatamaa waajjira Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee obbo Mallas Alam dabalatee hoggantoonni olaanoon magaalichaa argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment