Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC)- Mata duree “Adwaa nageenya waaraa fi ijaarsaa mootummaa cimaaf” jedhuun Yuunivarsiitii Hawaasaatti waltajjiin marii gaggeeffamaa jira.
Yuunivarsiitiin Hawaasaa Ministeeraa Nageenyaa waliin walta’uun waltajjii qophaa’ee kanarratti hayyootaan qorannoowwan dhuudhaalee biyyaalessaa, faayidaa fi eenyummaa irratti xiyyeeffatn dhiyaachuun kan irratti mari’atamu ta’uun eerameera.
Waltajjichatrattii hayyoonni, barattoonni, qondaaltonni mootummaa fi kanneen biroon hirmaachaa jiraachuu TOI gabaaseera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.