Amajjii 3, 2015(FBC)- Qopheessummaa Waajjira Muummee Ministiraan kan dhiyaatu waltajjiin marii “Addis Wag” guyyaa har’aa ni gaggeeffama.
Waltajjichi mata duree “Ummanni keenya Dandeetti keenya” jedhuun kan gaggeeffamu ta’uu ragaan waajjiricharraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.