Waltajjiin BRICS walta’iinsa diinagdee bal’aaf akka hojjennu karra baneera-Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)-Waltajjiin BRICS walta’iinsa diinagdee bal’aaf akka hojjennu karra baneera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasaummaa isaaniin, waltajjii gamlameen marii bal’a taasifameef Pireezidaanti Vilaadmiir Putiiniin nan galateeffadha jedhan.

Seenaa Itiyoophiyaa fi Raashiyaan yoo ilaalamee hariiroon biyyoota lameenii dagagaa itti fufuu himaniiru.

Dabalataan waltajjiin waloo BRICS walta’iinsa diinagdee bal’aa ta’eef akka hojjennu karra baneeraa jechuun ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment