Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Walta’iinsa damee qonnaa fi misooma indaastirii giddugaleeffate cimsuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy, Fooramii Olaanaa Inisheetiivii “Belt and road” 3ffaa mata duree “Walitti hidhamiinsa Diinagdee Addunyaa banaa keessatti” jedhuun gaggeeffamerratti haasawaa taasisaniin Itiyoophiyaatti muuxannoo milkaa’aa inisheetiivii “Belt and road” qoodaniiru.
Haaluma kanaan, walta’iinsa damee qonnaa fi misooma indaastirii giddugaleeffate cimsuun barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.