Wallagga Lixaatti ABO shanee 36 irratti tarkaanfiin fudhatame

Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)- Godina Wallagga Lixaatti ABO shanee 36 irratti tarkaanfiin fudhatamu Mootummaan naannoo Oromiyaa ibseera.

Kanneen tarkaanfiin irratti fudhatameen alattii 169 ammoo booji’amaniiru.

Namoonni garee gantuu ABUTf ergamaa turan 96 to’annaa jala ooluun dhimmi isaanii qorataamaa jiraachuu ibsameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
Comments (0)
Add Comment