Waliigalteen sirna Gumuruukaa fooyyessuuf gargaaru mallattaa’e

Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) -Waliigalteen sirna Gumuruukaa fooyyessuuf gargaaru mallattaa’e.
Qajeelfama komishinii Gumuruukaa si’ataa, ifaa fi waliinga’insa akka qabaatuf waliigalteen Asoosashinii Firaayt Foorwaardis Shiping Ajantiis Ityoophiyaa waliin mallattaa’eera.
Waliiggalticha Komishinara Komishinii Gumuruukaa obbo Dabalee Qaabataa fi dura teessuun waldichaa aadde Eelsaabeex Geetaahuun mallatteessaniiru.
Obbo Dabalee Qaabataa waliigaltichi raawwii sirna gumuruukaa akkasumaas, tajaajila loojistiiksii irratti hanqinoota muldhatan ni fura jedhameeti akka eeggamu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment