Waliigalteen jireenya Afrikanoota rakkoo keessa jiranii fooyyeessuu dandeessisuu mallattaa’e

Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC)- Waliigalteen jireenya Afrikanoota rakkoo keessa jiranii fooyyeessuuf dandeessisuu Faawundeeshinii Maasterkaardii fi giddugallii ittisaa fi to’annoo dhibee Afrikaa doolaara Ameerikaa biiliyoona 1.3ti mallateessaniiru.

Waliigaltichi Afrikaanoota miiliyoonaatti lakka’amaanii sadarkaa jireenya isaanii fooyyeessuu fi diinagdeen biyyoota Afrikaa aariitiin rakkoorraa hambiisuuf kan dandeessisuudha jedhameera.

Waliigaltichi waggootan sadeen dhufanitti hojiirra kan ooluu ta’uu Faawundeeshinii Maasterkaardii ibsa Faanaa Broodkaasting Koorpooreetif ergeen beeksiseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment