Waliigaltee nageenyaa taasifame kan dinqisiifatan ta’uu Ministirri Dhimma Alaa Beeljiyeem ibsan

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Waliigaltee nageenyaa mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti taasifame  kan dinqisiifatan ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Beeljiyeem Haajaa Laabiib dubbatan.

Haajaa Laabiib ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, waliigaltee nageenyaa taasifame gammachuun ni simanna jedhan.

Gamtaan Afrikaafi Afrikaan Kibbaa milkaa’ina waliigaltichaaf qooda ba’aniif galateeffataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment