Walga’iin waloo qondaaltota olaanoo komishinii ministiroota Itoophiyaa fi Somaaliyaa magaalaa Moqaadishootti eegalame

Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Walga’iin waloo qondaaltota olaanoo Komishinii Ministiroota Itoophiyaa fi Somaaliyaa magaalaa Moqaadishootti eegalameera.

Biyyoonni lamaan hojiilee Komishiniin Ministiroota waloo eegalan cimsanii kan itti fufan ta’uu Ministeera Dhimma Alaatti Daayrektarri Jeneraalaa Dhimmoota Afrikaa Ambaasaaddar Fissahaa Shaawuul ibsaniiru.

Waltajjichi hariiroo waloo caalmaatti kan cimsu ta’uu kaasanijru.

Hariiroon biyyoota lamaanii obbolummaarratyi kan hundaa’e ta’uus kaasuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment