Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015 (FBC) – Walga’iin Waloo Ministiroota Ityoo- Jibuutii 16ffaan har’a sadarkaa ogeeyyiitti gaggeeffamuu eegaleera.
Walga’iin kun Onkololeessa 15 – 17,2015tti kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiiseera.
Walga’ichi tumsa Siyaasaa, Diinagdee, bu’uuraalee misoomaa fi Loojastiksii biyyoota lamaanirratti kan xiyyeeffate ta’uu eerameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.