Walga’iin waggaa ambaasaaddarootaa xumurame

Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC) – Walga’iin waggaa ambaasaaddaroota xumurameera.

Waltajjii waggaa kanarratti hoggansi olaanoo Ministeera Dhimma Alaa FDRI, ambaasaaddaroonnii fi qoonsilaa janaraalonnirratti hirmaataniiru.

Waltajjichi magaalaa Bishooftuu Hoteela Kurriftuutti, guyyoota 15f kan gaggeefamedha.

Waltajjichaan hojii ambaasaaddaroonni maqaa gaarii biyyaa ijaaruu keessatti qaban cimsuu fi kallattii imaammata dhimma alaarratti mari’atamaa tureera.

karoora misooma waggaa kudhaniirrattis mari’atameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment