Walga’iin Koreen hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa xumurame

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) –Walga’iin Koreen hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa  guyyoota 2 darbaniif  gaggee ffamaa ture har’aa  xumurame.

Korechi hojiilee murteessoo biyyaalessaa fi paartiirratti mari’achuun hojiilee gara fuulduraarratti kallattii kaa’uun walga’iisaa xumuruu Waajjirri Paartii Badhaadhinaa ibsa Faanaa Broodkaastiing Korporeetiif ergeen ibseera.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment