Walga’iin koreen dhaabbii hoji raawwachiiftoota Paartii Baadhadhinaa gaggeeffamu eegale

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Walga’iin koreen dhaabbii hoji raawwachiiftoota Paartii Baadhadhinaa gaggeeffamu eegaleera.

Karichi walga’ichaan ajandoota murteessoo biyyaa fi hojiiwwan paartichaarratti mari’achuun kallattii gara fulaaduraa ni ka’uun kan eegamu ta’uu ragaan waajjira Paartii Badhaadhinaarra argame ni muuldhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment