Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)-Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa Eegaluu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Korichi haalaa biyyaalessaa, naannawaaa fi idil addunyaa gamaaggamuun kallattiiwwan fuulduree kan kaa’u ta’uun eerameera.
Dhimmoota diinagdee, hawaasummaa fi siyaasaa bal’inaan mari’achuun imala seenessii biyyaalessaa eegalame cimsuuf galteewwan dandeessisan ni argamaan eegama.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.