Waldorgoommii walakkaa Maraatoonii Magaalaa Vaaleenshiyaatti fiigameen Ganzabee Dibaabaa injifatte

Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) – Waldorgoommii walakkaa Maraatoonii Magaalaa Vaaleenshiyaatti fiigameen Atileet Ganzabee Dibaabaa injifatte.
Atileet Ganzabeen fiigichichicha sa’aatii 1f daqiiqaa 5f maayikiroo sekondii 18 xumuruun injifatteetti.
Dorgommichaan Atileet Sanbaree Tafarii sadarkaa 3ffaan xumurteetti.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment