Waldaan Artistoota Oromoo raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman

Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)- Waldaan Artistoota oromoo Raayyaa Ittisa Biyyaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf naannoo Tigraayitti bobba’ee hojjechaa jiru ni tumsina yaada jedhuun dhiiga arjoomaniiru.

Raayyaan Ittisa Biyyaas ta’u Artistiin biyyaaf hojjeta kan jedhan miseensoonni waldaa artistoota Oromoo Giddugala Aadaa Oromoo magaalaa Finfinneetti argamuun dhiiga arjoomaniiru.

Iddoosaa Abdiitu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
Comments (0)
Add Comment