Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 70 taasiifame

Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaaf deeggarsi Ambulaansii fi meeshaalee biroo Birrii miiliyoona 70 baasu taasiifame.
Ambulaansii fi meeshaalee biroo Birrii miiliyoona 70 baasu deeggarsa taasiiseera.
Koreen Qaxxaamura Diimaa Idile addunyaa, Waldaaleen Qaxxaamura Diimaa Neezarlaandii fi Ostiriyaa waloon deeggarsa kana taasiisaniiru.
Dhaabbileen kunneen Ambuulaansoota 20, Konkolaattoota 19 fi Jenereetaroota 25 deeggarsaan laataniiru.
Deeggarsi laatame dhaabbilee Fayyaa sababa walitti bu’iinsaa fi balaa uumamaan miidhaman tumsuuf oola jedhamuu TOI gabaaseera.
Odeefannoo dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment