Waggaa dhufutti dubartoota sadarkaa jireenya gadi aanaarratti argaman jijjiiruuf ni hojjenna-aaddee Adaanach

Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee waggaa dhufutti dubartoota sadarkaa jireenya gadi aanaarratti argaman jireenya isaanii jijjiiruuf ni hojjenna jedhaniiru.

Aadde Adaanach kana kan dubbatan bakka butoota dubartoota magaalaa Finfinnee waliin ta’uun marii xiyyeeffannoo kallaattii bara 2013 irratti xiyyeeffate taasisan irrattidha.

Proojaktii guddaan magaalichaa jireenyi dubartoota akka fooyya’uu fi fayyadamumman isaanii akka mirkana’uuf xiyyeeffannoo hojjechuusani aadde Adaanach ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment