Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)-‘Waanjoo garbummaa irra deebiin hin fudhannuu’ jechuun mootummaan naannoo Sidaamaa haala waqtaawaa biyyarratti ibsa laateera.
Ummattoonni Ityoophiyaa kamirrayyuu caalaa walabummaaf dursaa laatuu garee shororkeessa ABUT meeshaa kamiinuuyyu fayyadamuun qolachuu qabu jedhameera.
Ityoophiyaanoonni martii irree tokkoon ka’aanii duulaan dinichaa qolachuu qabu jedhameera.
ABUT lammiilee Ityoophiyaa hundaaf diinaa ta’uu ibsuun, tokkummaan humna biyyatti diiguuf muratee ka’ee kana kaayyoosaa fashaleessuu qabu jedhameera.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii
https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.