Waancaan Hidha Haaromsaa Guddichi Harariin gale

Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Waancaan Hidha Haaromsaa Guddichii naannoo Hararii galeera.
Waancichi Hammarreessaa wayita ga’uu simannaan ho’aan taasifameefiira.
Waancichi turtii isaa magaalaa Finfinneetin galiin Birrii biiliyoonni 2 ol walitti qabamuu ni yaadatama.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment