Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Waancaan Kubbaa miilaa Addunyaa agarsiisaaf Ityoophiyaa dhufuufi jedhameera.
Waancichi Ityoophiyaa walakkaa baatii Caamsaa akka dhufu beekkameera.
Waancaan Addunyaa kun agarsiisaaf kan dhiyaatu biyyoota Afrikaa keessaa Ityoophiyaan ishee duraati.
Waancaa kana waliin taphataan sarara fuulduraa garee biyyoolessaa Faransaay duraanii Deeviid Tirzigeet akka dhufuus beekkameera.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.