Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 5ffaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 5ffaan har’a galgala sa’aatii 1:00 irraa eegalee taphoonni 2 ni taphatamu.

Haaluma kanaan galgala sa’aatii 1:00 eegalee Turki Joorjiyaa waliin taphatti.

Akkasumas halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Poorchugaal Riippaablika Cheek waliin morkatti.

Taphoota hanga ammaatti taphataman 10 keessaa taphni tokko qofti qixaan yoo xumuramu galchiiwwan 27 galaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment