Waancaa Addunyaan har’a taphoonni Nuusa Xumuraa 2 ni taphatamu

Finfinnee, Mudde, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan har’a taphoonni Nuusa xumuraa 2 ni taphatamu.

Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Moorookoon Poorchugaal waliin walakkaa xumuraaf darbuuf falmiin taasiisan ni eegama.

Akkasumas galgala sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Ingilaand Faransaay waliin falmiin taasiisan xiyyeeffannoo argateera.

Comments (0)
Add Comment