Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) – Waan ummataaf waadaa galle har’a gochaan agarsiisuun Qamadii Alatti erguu jalqabneerra jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Karoorfachuu, kan karoorsine dubbachuu, waan dubbanne dhugoomsuuf halkanii hojjennee milkaa’uu akka dandeenyu mul’iftuudha jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Nuti kan guddaa yaadnu, yaada keenya guddaa kan dubbannu, kan dubbanne halkaniifi guyyaa kan hojjennu, isa hojjenu immoo xumurree kan argisiifnu ta’uu keenyaaf agarsiiftuudha.
Ityoophiyaan Qamadii waggootaaf alaa galchaa turte hambisuun akkaatuma karoorfattee hojjetaa turteen Qamadii alatti erguu eegalteerti.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.