Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Waamichi Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Uummattoota gurraachaaf dhiyeessan sosochiin Paan Afrikaanizimii irra deebiin akka daraaruuf gargaara jedhan qorataan seenaa Gargaaraa Proofeesara Ahimad Zakkaariyaan.
Waamichi Muummee Ministiraa Abiy Ahimad Uummata Afrikaaf taasisan sosochii Paan Afrikaaniizimii qabbanaa’ee ture irra deebiin akka ka’uuf dhiibbaa kan uumu ta’uu ibsaniiru.
Ityoophiyaan bilisummaa Afrikaaf biyya dhagaa bu’uuraa keessee fi gama Gamtaa Afrikaan dhimma Afrikaaf hedduu qabsoofte ta’uu kaasaniiru.
Waammichi Muummeen Ministiraa taasisan biyyoonni Afrikaa hedduun fudhachaa jiraachuu fi deebii gaarii kennaa jiraachuu ibsaniiru.
Maddi:- DhPI
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.