Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Waamicha “Namoonni miiliyoona tokko gara biyya” jedhu hordoofee Tikeettiin Xiyyaaraa saaffisaan gurguramaa jiraachuu Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Fitsum Araggaa Ibsan.
Daandiin xiyyaara Ityoophiyaa, Hoteelonnii fi dhaabbileen keessumeessitootaa qophii waamichicha madaalu taasisuu akka qaban eeraniiru.
Namoonni biyyaa isaanii jaallatan Tikeettii xiyyaaraa bitaa jiraachuu Ambaasaaddar Fitsum kaasaniiru.
Tikeettiin gurguramaa jiru yeroo gabaabaa keessatti kan xumuramu ta’uu Magaalaa Loos Aanjelesitti argeera jedhan.
Maddi:- TOI
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.