Waajjirri Muummee Ministiraa dhaabbilee pirojektii “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsa taasisan galateeffate

Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa dhaabbilee pirojektii “Maaddiin Dhalootaaf” deeggarsaa Birri biiliyoona 1.2 hanga deeggarsa maallaqaa garaagaraa taasisan biroo galateeffateera.

Waamicha pirojektii “Maaddiin Dhalootaaf” simachuun ittigaafatama kanneen fudhatan, akkasumas Ityoophiyaa dhaloota dhufu madaaltu ijaaruuf kanneen gahee isaanii bahatan galateeffachuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Wajjirichi dhaabbilee deeggarsa taasisan marsaa jalqabaan ifoomseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment