Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)-Waajjirri Muummee Ministiraa Dhaabbilee Piroejktii “Maaddii Dhalootaaf” tumsaa taasisan galateeffate.
Dhaabbilee fi qaamolee tumsaa taasisanii fi hanga deeggarsa taasisanii marsaa lammaaffaaf ifoomseera.
Waamicha pirojektii “Maaddiin Dhalootaaf” simachuun ittigaafatama kanneen fudhatan, akkasumas Ityoophiyaa dhaloota dhufu madaaltu ijaaruuf kanneen gahee isaanii bahatan galateeffachuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.