Waajjirichi waliigaltee karra galaanaa argachuuf mallatteeffame ilaalchisee erga gammachuu dabarse

Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Waajjirri Ministira Muummee sanada waliigaltee karra galaanaa argachuuf Itiyoophiyaan Somaal Laandi waliin mallatteessite ilaalchisuun erga gammachuu dabarseera.

Hojjettoonni fi hoggantoonni waajjirichaa sirna ibsannaa gammachuu gaggeessaniiru.

Sirnicharratti waliigalteen walta’iinsaa fi tumsaa Mootummaa Itiyoophiyaa fi Somaalii Laandi mallatteessan ilaalchisee ergaa gammachuu dabarsaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment