Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Komishiniin Poolisii Federaalaa, Komishinii Poolisii magaalaa Finfinnee fi Ityoo Teeleekoom gareen shororkeessaa ABUT buufatalee poolisii barbadeessee deebisanii dhaabuuf deeggarsa meeshaalee biiroo taasisaniiru.
Deeggarsicha Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammalaash G/Mikaa’eelii fi Komishinarri Komishinii Poolisii Finfinnee Geetuu Argaaw fi hoji raawwachiistuu olaantuu Ityoo Teeleekoom Fireehoywoot Taammiruu naannoo Affaariitti argamuun, Preezdaantii Naannoo Affaar Awwal Arbaaf laataniiru.
Deeggarsichis Birrii miiliyoona 5tti tilmaamama jedhameera.
Balaay Tesfayeetu gabase
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffann