Waajjira Nageenyaa fi Misoomaa waloo ijaaruuf dhagaan Bu’uuraa kaa’ame

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti Waajjira Nageenyaa fi Misoomaa waloo Beenishaanguul Gumuuzi fi Oromiyaa ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ameera.
Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi kan naannoo Beenishaanguul Gumuuz obbo Ashaadilii Hasan dhagaa bu’uuraa kana kaa’uu ibsameera.
Akkasumas ijaarsa mana barumsaa Ifa Boruu saadarkaa 2ffaa Beenishaanguul Gumuuz Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin ijaarramu ,Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan dhagaa bu’uuraa kan kaa’aan ta’uu ragaan Waajjira Preezdaantii naannoo Oromiyaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment