Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) – Ayyaana Qillee sababeeffachuun Waajjira Muummee Ministiraatti daa’immanii fi maangoddoota harka qaleeyyiif Sirni qooddannaa irbaataa gaggeeffame.
Saganticha Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Waajjira Muummee Ministeeraa waliin ta’uun qopheessuu ibsameera.
Saganticharratti kutaan hawaasa garaagaraa 300 ol irratti hirmaachuu ibsameera.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daa’immanii fi maangoddoota kanneeniif erga baga geessanii dabarsaniiru.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.