Vilaadmiir Putiin Filannoo Pireezidaantummaa Raashiyaa mo’atan

Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC)-Filannoo Pireezidaantummaa Raashiyaatti gaggeeffameen Pireezidaanti Vilaadmiir Putiin sagalee %87’n argachuun injifataniiru.

Putiin filannoo kanas yeroo shanaffaaf injifachuun ibsameera.

Qondaaltonni filannoo sagalee kenname keessaa Putiin %87 argachuu ibsan, Dimokiraasiin Raashiyaa kan biyyoota Lixaa caalaa iftoomina qaba jechuun Putin dubbataniiru.

Biyyoonni Lixaa filannoon kun haqa qabeessaa fi bilisa miti jechuun qeequu BBC’n gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment