Veentileetaroonni Doolaara Kuma 89tti tilmamaman Ministeera Fayyaaf deeggarsaan laataman

Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Humni Qindoomaa Boostaan Kilaba Ispoortii Ityoophiyaanootaa Boostan waliin ta’uun Veentileetaroota 17 Doolaara kuma 89tti tilmamaman Ministeera Fayyaaf deeggarsaan laataniiru.
Deeggarsi kilabichi gama Ameerikaatti Imbaasii Ityoophiyaan Ministeera Fayyaaf laate ministeerichaaf ergamuu Ambaasaaddar Fitsum Araggaan fuula Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Ambaasaaddar Fitsuma qaamoleen deegarsa kana taasiisan fi daandii Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee kannneen gaajjibsiisuun gara biyyaa fide galateeffachuun deeggarsi walfakkaatu itti fufuu akka qabu gaafataniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment