Vaayrasiin koroonaa manneen amala sirreessaa biyyaatti  keessatti hin argamne

Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Vaayrasiin koroonaa manneen amala sirreessaa biyyaatti  keessatti argaman keessaa jira sirreeffamtoota seeraa irratti kan hin argamne ta’u Ministeerri Fayyaa Federaalaa beeksiseera.

Ministeerichi Faanaa Broodkaastiing Koorporeetiif akka mirkaneessetti, vaayrasiin koroonaa kutaa magaalaa Lidataatti kan argamu buufata poolisii tokko keessatti sirreeffamtoota seeraa fi namoota dhimma raawwachisan gidduutti tuttuqqi ummameen sabaaba dhukkubsataa vaayrasii koroonaa tokkoof namoota 66 irratti vaayrasichi argameera jedhee.

Kanaan alatti odeeffaannoon  sirreeffamtoota seeraa mana sirreessaa keessatti argaman irratti vaayrasiin koroonaa argameera jedhuu dogoggoora ta’u himeera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment