Uummataa fi biyya tajaajiluuf of qopheessuun kabaja- Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hooggantoota haaraa sadarkaa magaalaa hanga aanaatti ramadamaniif hooggantoota olaanoo magaalichaatif bobbii hojii kennaa jira.

Uummataa fi biyya tajaajiluuf of qopheessuun kabaja ta’uu kantiibaan magaalaa Finfinnee  Aadde Adaanach Abeebee haasaa taasisaniin ibsaniiru.

Mariin bobbii hojii kun yaada  ergama boqonnaa haaraaf qophiidha jedhu kan qabate ta’uu ibsameera.

Qonjiit Zawdeetu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment