USAID lammiilee naannoo Amaaraa fi Afaarii buqqa’an kuma 136 oliif deeggarsa midhaan nyaataa erguu eegale

Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa ‘USAID’ lammiilee naannoo Amaaraa fi Afaarii buqqa’an kuma dhibba 1 fi kuam 36 oliif deeggarsa midhaan nyaataa erguu eegaluu ibsame.
 
Dhaabbatichi yeroo itti aanu lammiilee naannolee lamaanii buqqa’an kuma dhibba 3 fi kuma 40 oliif deeggarsa midhaan nyaataa dhiyeessuuf hojjetaa jiraachuu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Ameerikaarraa argame ni muul’isa.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment