Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT lo’ee seenuuf haleellaa baneen naannichaatti lammiileen dhibbatti lakka’amaan qe’ee fi qabeenyaasaaniirraa buqqa’aniiru.
Gareen kun Cifraatti meeshaalee waraanaa jajjaboo dhukaasuu hordofee lammiileen kunneen buqqa’usaanii himaniiru.
Gareen kun namoota dhibee sammuu qabanii fi lammiilee nagaas ajjeesuusaas ibsaniiru.
Garichi dhukasaa baneen maatii fi ijjoollee adda ba’aaniiru.
Manneen barnoota dabalatee dhaabbileen hawaasa barbada’eera.
Lammiileen buqqa’aan kunneen deeggarsi akka isaan barbaachisuus himaniiru.
Awarq Iyyaayyuu fi Tsaggayee Wandasaantu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.