Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ityoophiyaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Ministeera Seeraaliyoon Proofesar Deevid Firaansiis waliin mari’ataniiru.
Ministiroonni lameen haala tumsa lammiilee biyyoota lameenii fayyadamoo taasisuu guddisuun danda’amurratti mari’ataniiru.
Marichi hariiroo biyyoota lameenii haala guddisuun danda’amurratti yeroo ta’u, fuulduratti tumsa fayyadamummaa lammiilee biyyoota lameenii dabaluu danda’urratti xiyyeeffanoon kennamee kan hojjetamu ta’uu ibsameera.
Maddi:- TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.