Torbeen qorannoo waggaa Yuunvarsiitii Finfinnee baname

Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Torbeen qorannoo waggaa Yuunvarsiitii Finfinnee banameera.
Sagantichi mata duree ‘qarannoon nageenyaa fi ijaarsa biyyaaf’ jedhuun kan gaggeeffamu.
Kanaafis qorannoon nageenyaa fi ijaarsa biyyaa keessaatti qooda inni qaburratti mariiwwan paanaalii ni gaggeeffamu jedhameera.
Kanarra darbees agarsiifni teeknooloojii fi carraa hojii uumuu akkasumas sagantoonni garagaraa torbee qorannichaa keessaatti haammatamuu EBCn gabaaseera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment