Torbee tokko keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 101.8tti tilamaamamuu to’annaa jala olaan

Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Torbee tokko keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 101.8tti tilamaamamuu to’annaa jala oluu Ministeerri Galiiwwannii beeksiseera.

Qaammee 5, 2013 hanga Fulbaana 6, 2014tti meeshaaleen kontoroobaandii Birrii miiliyoona 101.8tti tilamaamamuu to’annaa jala oluu ministeerichi ibseera.

Meeshaaleen kontiroobaandii kunneen biyyaa keessaa bafamuu fi wayita galfamuuf yaalanitti to’annaa jala ooluu ibsameera.

Meeshaalee kanneen keessaayis maallaqqoota biyyoota garagaraa, warqee, meeshiinii warqee, uffataalee garagaraa, kophee, meeshaalee nyaata, meeshaalee waraanaa, elektirooniksii, dibataa, sigaaraa, meeshaalee jijjiirraa, qorichootaa fi kanneen biroon keessaatti kan argamaan ta’uu ragaan Ministeera Galiiwwaniirra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

​​​​​​

 

 

Comments (0)
Add Comment