Torbee kanaa eegalee lammiileen Saa’ud Arabiyaatti manneen hidhaa keessa jiran gara biyyaa ni deebi’u

Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Torbee kanaa eegalee lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti manneen hidhaa keessaatti argaman gara biyyaa kan deebi’an ta’uu ibameera.

Torbeetti balalliil sadiin lammiileen Saa’ud Arabiyaatti iddoolee turtii garaagaraa fi manneen hidhaa keessatti argaman gara biyyaa kan deebi’an ta’uu ragaan Saa’ud Arabiyaatti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Torbee kana balallii sadiin lammiileen kumni 1 gara biyyaa kan daabi’an ta’uu ibsameera.

Dubartootaa, Daa’imman, Dhukkubsattootaa fi Maanguddootaaf dursi kan laatamu ta’uu himameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

 

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

 

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

 

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

 

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

 

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment