Tokkummaan yoo dhaabbanne waa hunda injifachuu ni dandeenya – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Tokkummaan yoo dhaabbanne waa hunda injifachuu ni dandeenya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Tokkummaan keenyaa miidhagina keenya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Tokkummaan yoo dhaabbanne waa hunda injifachuu ni dandeenya jedhan.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment