Tokkummaan dhaabbannee injifachuun keenya oduu ammee hin ta’u -Abiy Ahimad  

Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) –Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad biyyatti wayita sodaan keessaa fi alaa muudateetti qabsoon hedduummachuu fi haalonni mijatoon dhabamuu danda’u jechuun ibsaniiru.

MM Abiy fuula miidiyaa hawaasa isaaniin akka ibsanitti, lammiileen Ityoophiyaa hundi tokkummaan dhaabbannee dambalii yeroo rakkisaa kana qooddannee akka addaan kunnu nan gaafadha jedhaniiru.

Tokkummaan dhaabbannee injifachuun keenya oduu ammee hin ta’u, kana duraa taasifneerra, ammas ni taasifna jedhan.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment