TOI gamoo ammayyaa haaraa ijaarsise eebbisiise

Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Tajaajilli Oduu Itiyoophiyaa gamoo haaraa miidiyaa kompileeksii ammayyaa ijaarsise eebbisiiseera.

Gamichi bakka Af Yaa’iin Mana Maree Federesinii Obbo Aganyaawu Tashagaar ,Kantiibaan Magalaa Finfinne Aadde Adaanech Abeebee, Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu fi keessummoonni biroon bakka argamanitti eebbiifameera.

Tajajailli Oduu Itiyoophiyaa erga hundeeffamee waggoottaan 81 ijaarsa biyyaa keessatti gahee isaa bahachaa kan turee ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment