Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Ameerikaa duraanii Doonaald Tiraamp fuula miidiyaa hawaasa dhunfaa isaanii qabatanii dhufaa jiraachuu gorsaan isaanii beeksiseera.
Gorsaan isaanii Joonsaan Miilaar Doonaald Tiraamp baatiwwa 2 fi 3 keessatti gara miidiyaa hawaasatti ni deebi’uu jedheen yaada jedhaniiru.
Fuulli miidiyaa hawaasa isaan qabatanii dhufaa jiraaniis hedduu barbadamaa fi taphaa guutuumma guutuun kan jijjiirudha jedhaniiru.
Tiraamp baatii Amajjii darbee deeggartoonni isaanii Kaappitaal Hiilitti hokkora kaasuun hordofee fuula Feesbuukii fi Twitaararra dhorkamuun isaanii ni yaadatama.
Maddi:-BBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.