Teeknooloojiin qunnamtii odeeffaannoo fedhiin guddinni diinagdee Ityoophiyaa ittin dhugoomuu keessaa damee tokkodha-Dooktar Abiy

Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Teeknooloojiin qunnamtii odeeffaannoo fedhiin guddinni baadhaadhinaa Ityoophiyaa fi diinagdee ittiin dhugoomuu keessaa damee tokko ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad Riiviiw Teeleekoom Afrikaa waliin turtii taasisaaniiru.

Teeknooloojiin qunnamtii odeeffaannoo fedhiin guddinni  baadhaadhinaa Ityoophiyaa fi diinagdee ittiin dhugoomuu keessaa damee tokko ta’uu ibsaniiru.

Aadeemsi teeleekoomiin gariin gara dhuunfatti jijjiiruu aragsiistuu ammayyummaa ta’uu ibsuun, galteewwan teeknooloojii fayyadamuun guddina diinagdee aarifachiisuuf yaaddamee kan raawwatamuudha jedhaniiru.

Akkasumaas Ityoophiyaa badhaadhinaa Afrikaaf adda duree ta’uuf biyya fedhii qabdu ta’uu ishee himaniiru.

Karooricha raawwachuuf karoora badhaadhinaa waggaa 10 keessaatti haammatamuu ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment